Jump to content

Meesoosfeerii

Wikipedia irraa
Haalli qilleensaa lafaa akka hawaa irraa mul'atutti, akka baandiiwwan halluu adda addaa qaban kanneen horizon irratti. Jalqaba irraa, afterglow troposphere burtukaana siluettes duumessa, fi stratossphere adii fi buluu ibsa. Itti aansuudhaan mesosphere (naannoo bifa pilaastikii) gara qarqara hawaa irraa xiqqoo gadiitti kiiloo meetira dhibba tokkoo fi sarara ifa qilleensaa bifa pilaastikii teermoosfiira gadii (dukkanaa’aa), kan aurorae magariisaa fi diimaa kiiloo meetira dhibba hedduu irratti keessummeessuutti diriira.

Meesoosfeeriin ykn Qilmarsontoo baqaana daangaa gara olii istiraatoosfeerii fi 90km gidduutti argama. Baqqaana kana keessatti yommuu olka'insi dabalaa adeemu tempireecherri immoo saffisaan hir'achaa deema. Teempreecharri hamma -1850 C tti gadi bu'a. Sababni olka'iinsi yoo dabalu teempreecharri hir'ataa deemuuf baqaana hunda irra baqaanni rukkinni gaasotaa xiqqaa waan ta'eefi. Haalli kun immoo hoo'i akka hin kuufamne taasisa. Fiixeen yookiin daangaan baqaana kanaa gara olii Meesoopaasii ykn iggitii sontoo jedhama.

(Hubdhuu jechii Sontoo jedhuu Gidduu yoo ta'uu iggitii immoo dabachuu jecuudha.)