Jump to content

Xansaala

Wikipedia irraa

Xansaalli xannacha saalubbiyyoo fi hormoonota saalaa hojjetudha . Goonaadiin dhiiraa qaama saalaa dhiiraa ti . Qaamni saalaa dhiiraa seelii isparmii ni uumu . Goonaadiin dubaraa ovaarii dha . Ovaariin seelii hanqaaquu ni uuma . Bineensonni tokko tokko bukkisiisa (hermaphroditic) waan ta'aniif gonads adda addaa qabu . Goonaadii kan akka xanbuuphaa (ovotestis) qabaachuu danda'u . Kunis xannacha cidhaanifi gutoo wajjin wal fakkaatudha.